Lyrics

Si jajuun koo
Si malee jechuun koo
Waanan si jaluufi
Waanan si bareefi
Waan kiyya taatefi
Yooman beeke an yooman akeeke
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Si jajuun koo
Si malee jechuun koo
Waanan si jaluufi
Waanan si bareefi
Waan kiyya taatefi
Yooman beeke an yooman akeeke
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Siif toluun koo maalif badii taate
Abdii koo goote daaku bishaan nyaate
Natti himi mee akkamitti ilaalte
Natti hin tolle erga biyyaa baate
Ahaa
Maal badiin koo maalumaaf namiite
Aduun siif baate natti guyyaan dhiite
Maal badiin koo maalumaaf namiite
Aduun siif baate natti guyyaan dhiite
Ormatti hin bartuu amala kee beeka
Gaabite dhufta jedheen karaa eega
Bar godoon koo hafte banaa taate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Bar godoon koo hafte banaa taate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Wal hin ganuu kan hirboo wal irraa qabu
Haqan qaba abaroo san sirra hin dhabuu
Sin jaaladha hamtuu kee an yoomu hin fedhuu
Nan eeggadha naafis waan rabbi naaf godhu
Wal hin ganuu kan hirboo wal irraa qabu
Haqan qaba abaroo san sirra hin dhabuu
Sin jaaladha hamtuu kee an yoomu hin fedhuu
Nan eeggadha naafis waan rabbi naaf godhu
Si jajuun koo
Si malee jechuun koo
Waanan si jaluufi
Waanan si bareefi
Waan kiyya taatefi
Yooman beeke an yooman akeeke
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Si jajuun koo
Si malee jechuun koo
Waanan si jaluufi
Waanan si bareefi
Waan kiyya taatefi
Yooman beeke an yooman akeeke
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Ati biyya baate kan alaga taate
Na kophumaan nyaate
Kan harra male maaf kan boru hin ilaalle
Dhumni isaa hin tolu namni waada haale
Si beekan se'aa si beekun wallaale
Ulfinni imaana edaa sif hin gallee
Maal badiin koo maalumaaf namiite
Aduun siif baate natti guyyaan dhiite
Maal badiin koo maalumaaf namiite
Aduun siif baate natti guyyaan dhiitee
Ormatti hin bartuu amala kee beeka
Gaabite dhufta jedheen karaa eega
Bar godoon koo hafte banaa taate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Bar godoon koo hafte banaa taate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Mee as deebi'i yoo jaalalaf naate
Wal hin ganuu kan hirboo wal irraa qabu
Haqan qaba abaroo san sirra hin dhabuu
Sin jaaladha hamtuu kee an yoomu hin fedhuu
Nan eeggadha naafis waan rabbi naaf godhu
Wal hin ganuu kan hirboo wal irraa qabu
Haqan qaba abaroo san sirra hin dhabuu
Sin jaaladha hamtuu kee an yoomu hin fedhuu
Nan eeggadha naafis waan rabbi naaf godhu
Wal hin ganuu kan hirboo wal irraa qabu
Haqan qaba abaroo san sirra hin dhabuu
Sin jaaladha hamtuu kee an yoomu hin fedhuu
Nan eeggadha naafis waan rabbi naaf godhu
Written by: Haacaaluu Hundessaa
instagramSharePathic_arrow_out