Lyrics

Ani ottuman sitti hima jeedhuu
Kan horma taate maal goodhuu
Har'aa borittu kana fidee
Garaanko moo siimalee
Kunoo har'as ammasi didee
Ani ottuman sitti hima jeedhuu
Kan horma taate maal goodhuu
Har'aa borittu kana fidee
Garaanko moo siimalee
Kunoo har'as ammasi didee
Kunoo har'as an nan jiraaaaa
An gabbidhani qubaa nyaachaaaa
Takka sidhaabe malaan fidaa
Nan jiraadha ottuu jeechaa
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Dhaaqi isa qarqarikaaa)
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarikaa)
An amayuu jalaalakeen dhibaamsisa
Yoon gaalee malaan ciisaaaaa
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarikaa)
(Mee maalo isa qarqarikaa)
Ani amayyu ottun argu hooma hin argu
Jalaalake naati taa'ee daaguuuuu
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
(Mee maalo isa qarqarika)
Ani ottuman sitti hima jeedhuu
Kan horma taate maal goodhuu
Har'aa borittu kana fidee
Garaanko moo siimalee
Kunoo har'as ammasi didee
Ani ottuman sitti hima jeedhuu
Kan horma taate maal goodhuu
Har'aa borittu kana fidee
Garaanko moo siimalee
Kunoo har'as ammasi didee
Atti hooma hin goone baddin kankoooo
Boodetti haffettaan siidhaabunkoo
Otton sitti himee guyyaa Sanaa
Maafan gabaa mafaan raffaamaa
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Dhaaqi isa qarqarika)
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
Atti amayyu naaf hin beknee Waan
Kessako jalaalaken midhaamukooo
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
(Mee maalo isa qarqarika)
Atti amayyu naaf hin beknee
Hinuman sitti himaa
Jalaalakettinan irrarfamaaa
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
Maaloo na qarqarikaaaaah
(Mee maalo isa qarqarika)
Maaloo na qarqarikaaaaah
Written by: Haacaaluu Hundessaa
instagramSharePathic_arrow_out