Lyrics

Ani loltuu biyyaa Biyyaa daangaa ga'u Shokokii yaada kee fi Har'a onneen dhuka'u Akka baraa malee Akki garaa hin jiru Dhiiga jaalalaatu Bar hinqabu biluu Dhaalee onnee abbiyyoo Kan shittoon baarudaa Qe'ee hambisee adiyyoo Diina raasaa hudhaa Joora, nan jaawwaraa Ilmi maqaa hin gatu Waraana yaada keet' Dirreen na moo'atu Faachi keetumaa, faachi keetumaa, faachi keetuma kee Moo'ichi dhumaa, moo'ichi dhumaa, moo'ichi dhumaa kee Biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta'e Dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta'e Sin yaadaa koon beekaa Na yaaddaan abdadha Biyyoon biyyaa taanaan Tarii sin argadha Nan dhufaa siin jedhe Siif hin kennu abdii Beeki lubbuun loltuu Ayyaana urjii qabdi Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo Jimmaa jedhi mee jimmiitee Tasa iji yoo wal argite Jimmaa jedhi mee jimmiitee Tasa iji yoo wal argite Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu Na awwaallatta, biyya gaafadhu Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu Na awwaallatta, risaa gaafadhu Ani loltuu biyyaa Biyyaa daangaa ga'u Shokokii yaada kee fi Har'a onneen dhuka'u Akka baraa malee Akki garaa hin jiru Dhiiga jaalalaatu Bar hinqabu biluu Dhaalee onnee abbiyyoo Kan shittoon baarudaa Qe'ee hambisee adiyyoo Diina raasaa hudhaa Joora, nan jaawwaraa Ilmi maqaa hin gatu Waraana yaada keet' Dirreen na moo'atu Faachi keetumaa, faachi keetumaa, faachi keetuma kee Moo'ichi dhumaa, moo'ichi dhumaa, moo'ichi dhumaa kee Biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta'e Dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta'e Sin yaadaa koon beekaa Na yaaddaan abdadha Biyyoon biyyaa taanaan Tarii sin argadha Nan dhufaa siin jedhe Siif hin kennu abdii Beeki lubbuun loltuu Ayyaana urjii qabdi Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo Yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo Yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo Jimmaa jedhi mee jimmiitee Tasa iji yoo wal argite Jimmaa jedhi mee jimmiitee Tasa iji yoo wal argite Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu Na awwaallatta, biyya gaafadhu Koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu Na awwaallatta, risaa gaafadhu
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out